This is the official channel of the Oromia Education Bureau, providing essential updates on national exam schedules, results, and university admissions like the Remedial program. It covers administrative news regarding school construction, curriculum changes, and policy announcements, serving as a vital resource for students, parents, and educators.
It provides highly reliable and timely official administrative information for the local education sector.
Students (Grade 12, Remedial), parents, teachers, and school administrators in Oromia.
announcements
regular
neutral
#ODUU_TASAA 24/11/2016 Biiroon Barnootaa Oromiyaa #Barattoota_Kutaa_6ffaafi_8ffaa #miliyoona 1.4 ta'an Qormaata Naannoo Hanga Waxabajjii 05/2016 kennaa ture #boru 25/11/2016 #sa'aatii 2:30 booda #QA…
Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaafi kutaa 8ffaa bara 2016 beekame. BBO- Adoolessa 25/2016 Qabxiin qormaata barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa bara 2016 har'a ibsameera. Bara Barnootaa 2016 Bulchiinsa…
暂无评价
成为第一个分享此频道体验的人。
#Beeksisa #Barattoota_kutaa_12ffaatiif Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Gosootni Barnootaa Qorataman Beekame. --------------- BBO- Bitootessa 25/2018 Barattootni Qormaata Biyyoolessaa Kut…
#BAGA_ITTIIN_ISIN_GAHE! ---------------- Biiroon Barnootaa Oromiyaa(BBOn) Hordoftoota Amantaa Musiliimaa Hundaan; Baga Ayyaana EID Al Faxirii Nagaan Geessan jechaa; Ayyaanichi: Kan Nagaa, Fayyaa, Obbo…
#Yaadachiisa_Ariifachiisaa! Barattoota Kutaa 12ffaatiif --- Guyyaa 10/07/2018 --- Barattootni Kutaa 12ffaa bara 2018 Qormaata Biyyoolessaa Fudhatan #Guyyaan_Galmeen_Xumuramu_Bitootessa_15/2018 Waar…
#Kutaa12ffaa Galmeen Eegaleera! Galmeen qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2018 yeroo ammaa gaggeeffamaa jiraachuu Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaata Biyyoolessaa Itoophiyaa b…
#Waan_nu_hordoftaniif_Galatoomaa! #share t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
Jijjiirama_Waggaa_Ayyaantutu_Arga! Biiroon Barnootaa Oromiyaa Ummata Itoophiyaa Hundaan Baga Bara Haaraa 2018 Nagaan Geessan/Geenye Jedhuun, Barri Haaraan Kan Nagaa, Gammachuu, Fayyaa, Badhaadhinaafi…
Barnootaa, Barnootaa Ammas Barnootaa, . . . ! #Waan_nu_hordoftaniif_Galatoomaa! #share t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
“Odeeffannoon wayitaawaa bakka jirtanitti akka isin qaqqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa Biiroo Barnoota Oromiyaa irraa argachuu yoo feetan: Feesbuukii:- Teeleegraamii:- https://t.me/+pVMHIiMIRMA3ZmZk…
🔥 “We shall make Oromia flood of genius students who score high grades in national exams”...!!! 🔥 #share 👇 Biiroo Barnoota Oromiyaa
"Kuullee¿¿¿" Tibba kana "Qubee Afaan Oromoo" haaraa "uumne" miidiyaa hawaasaa irra naanna’aa jiru irratti namnni keenya walqoodee yaadaan walitti bu’aa jira. Namootni tokko tokkos biirooleen dhimmi…