π Kaayyoo Chaanaalaa Keenya: π Ummata keenya Qurβaana fi hadiisa Nabiyyii ο·Ί hubachisuf kakaasuu π Beekumsa amantii sirrii babalβisu π« Qalbiilee hafuura Islaamaa fi rahmataan guutuu π Guyyaa guyyaatti yaadannoo fi gorsa Rabbii keessatti dabarsu
No reviews yet
Be the first to share your experience with this channel.