Kutaalee walaloo haaraa fi yaadannoo Islaamaa Afaan Oromoo fi Amharic of keessaa qabu. Waa'ee Ramadaan, Nabii Muhammad, dhiifama, fi obsa irratti xiyyeeffata. Barreeffamoota Nabil Walaloo, tamsa'ina sabbataa fi haala jireenya irratti hundaawe.
Original religious poetry with authentic engagement on active posts, though view-to-subscriber ratio suggests inactive or historical audience growth.
Oromo-speaking Muslims in Ethiopia (primarily Oromia region), ages 18-40, interested in Islamic spirituality, poetry, and religious education. Includes Amharic-speaking Muslim audience.
religious poetry and spiritual reflections
daily during Ramadan, regular otherwise
positive
#Afoowna_Lillaah 🥹 Assalamu Aleeykum Obboleeyyan qaalii Kan fagoof halaalaa Ollaan firaaf aalii Miseensa Islaamaa Warri taatan marti Xiqqaa guddaan janne Kan dhiiraa dubartii Rabbiif wal jaalachu…
Qaama malee sammuu miti Dubartiin Islaamaa Qaama hagoogatti Mataa qullaan deemtu Rabbii isii sodaattii Tokkon laalu ijaan Ittin buutu qalbiin Sababa hijaabaatiin Isaan tiksa Rabbiin Khabajaa fi faa…
Отзывов пока нет
Будьте первым, кто поделится мнением об этом канале.
If taanee jiraannu Carraa hedduu qabna Maaliif fakkeessinee Karaa gorru dhabna ❤️🩹🥰❤️🩹 Of tahi !
Kofalee taphadhuus Akka nama fayyaa Dhukkubbii keessa koof Kophaa baheen iyyaa 😢😢😢
ጋዛ ሆይ አብሽሪ 🇪🇹🇵🇸 አንቺ ድንቅ ምድር የጀግኖች መብቀያ፣ የፅናት ተምሳሌት አርማነሽ ማሳያ፣ አለም ቢገፋሽም ከጎንሽ ባይቆም፣ ህፃናት ሲሞቱ ሲፈስ የሰው ደም፣ አለሁ ባይ ቢጠፋ ከጎንሽ የሚቆም፣ በፅናትሽ ቆዪ ያልፋል አይቀርም። ጋዛ ሆይ አብሽሪ ሁሌም ከጎንሽ ነን፣ ሀዘንሽ ሀዘናችን ህመምሽ የሚሰማን፣…
"Arsenal geeba afuriif morkata! " ja'an deeggartoonni isaani. Garuu isaan quban qaban 😭 😅
Arra Harargee Lixaa Magalaa Baddeessa Jirra. 🥰
Afoownaa Lillaahii Ummata bashaasha Baadiyyaaf magaalaa Kan Jireenyi qoru Kan dhihoof halaalaa An nagayaan qaba Lubbuun numaan jira Isin hoo nagayaa ? Maatiin ollaaf firaa Kan quban lakkaa'amu Gu…
Marhaban Ramadaan 🥰 Marhaban Ramadaan Koottu seeni rahmaataan Nu si eegu hawwiidhaan Baga dhufte Jaalalaan Keeysumma khabajaa Kenna Mu'umintootaa Xiqqaaf guddaa maraa Yaada kee gubataa Yaa ba…
Fidaakaa..... Qalbii isaani dhagaa Rabbiin godhe malee Silaa yeroo takkaaf Dhugaa jirtu laale Hammeenyan maqaa isaa Yaamuu itti dhiisee Osoniif banatee Seenaa isaa dubbisee Da'awaalle haa ta'u N…
DIRREE DHAWAA Afaan beekhun namuu Dirre Dirree ja'a Kabajaaf jaalalaat Isiirra wal ga'a Tan sabaaf - sab - lammii Hammattu maraati Lafti isii garuu Lafa oromooti Kiyyaa miti jatte Off irraan da…
Sheekha Keenya 🥺😢 Bahara beekkumsa Laga ilmi diini Mi'aa gorsa isaa Dhaga'ani quufani Gaaddisa guddudha Kan sabaaf amantaa Beekha qofaas miti Sheekni keenya gootaa Kan inni beekkamun Diin Islaa…