Ati; Hunda garaan geessu Kutanii yoo darbani Bakka yaadan ga'u Yoo abjuu qabaatanis Abbaa mirgaa ta'u Yoo karoora qabaatan Jiruu walii murteessu Galmee haqaa irratti Seenaa Ofii galmeessu
暂无评价
成为第一个分享此频道体验的人。