Amantiin dhugaan qormaata keessatti calaqqisa; akka warqee ibidda keessa darbee warqummaan isaa beekamu, amantiinis rakkina keessa darbee ni jabaata.β Qulqulluu Yohaannis Afaan Warqee @faaruutewaahido @kitaabilee_Afuuraa @Faana_Abbootaa
No reviews yet
Be the first to share your experience with this channel.