Chaanala kana keessatti seenaa Nabi Muhammad SAW karaa gabaaban kan dhiheessunu yoo ta'u.Nabi MUHAMMAD (SAW) waa hunda keessati dhala namaa hundaaf karaa kamiinuu nama fakkeenya ta'uu danda'aniidha.seenaa jireenya isaanii beekun milkaa'ina gama hundaati.
No reviews yet
Be the first to share your experience with this channel.