Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barsiisoota Kuma 54 oliif leenjii kennuufi. Leenjichi Hagayya 2, 2017 irra eegalee barsiisoota kuma 54 oliif marsaa marsaan kan kennamu ta’uu Hogganaa Itti aanaan Biirichaa…
#Sagantaa_Reemeediyaalii #Reemeediyaalii #Remedial #Remedial_Program #Kutaa_6ffaa Barattoota Sagantaa Reemeediyaalii fi kutaa 6ffaa hundaaf #share taasisaa! Akkuma beekamu dhiyoo kana bu'aan qormaat…
Отзывов пока нет
Будьте первым, кто поделится мнением об этом канале.
| День | Неделя | Месяц | Год | Всё время | |
|---|---|---|---|---|---|
| Подписчики | — | — | — | — | #168из 466 |
| Публикации | — | #81из 110 | #90из 153 | #92из 167 | #80из 168 |
#Update #Kutaa_12ffaa #Grade_12 #Kutaa12ffaa #MoE #Ministeera_Barnootaa #Kutaa_12ffaa_bara_2018 Qabiyyeewwan Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 ifoome! Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qo…
#Barsiisaa #Barsiisummaa Barsiisaa Biyya Gaanaa "Microsoft" kaasuun barsiise Barnoonni Meeshaan Osoo Hin Taane, Kutannoon Murtaa’a! ✍️📖 Barnoonni qabeenya qabaniin osoo hin taane, kutannoo fi kal…
Barattuu qabxii 3.95'n galmeessuun waancaa fi Meedaaliyaa Warqeen eebbifamte Barattuu Beetaliheem Nagaash Guddataan qabxii waliigalaa 3.95'n har'a Yuunivarsiitii Walaayittaa Sooddoorraa eebbifamte.…
#MoE Ministirri Barnootaa proofessor Birhanu Naggaa yunivarsiitiileen hojii isaanii dhugaa, amanamummaa fi iftoominaan hojjechuu akka qaban hubachiisan. Mootummaa yunivarsiitotaaf qajeelfamoota haar…
#BuleHoraUniversity #HawassaUniversity #Graduation2018 Yuunivarsiitiiwwan Garaa Garaa Barattoota Isaanii Eebbisiisan! 🎓✨ 1. Yuunivarsiitiin Samaraa barattoota 1,000 ol Digrii Jalqabaa fi Lammaffaa…
#Update #Grade_12_Result #Breaking #Official #Kutaa_12ffaa #Grade12result #EAES Bu'aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 ifoomeera. Barattoota kutaa 12ffaa hundaaf #share taasisaa! Bara…
⚡️⚡️⚡️⚡️ 🚨Oduu Ammee Bu'aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa boru ifooma Bu'aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 boru ifooma. Qabxicha ilaalchisee boru waaree booda sa'…
⚡️⚡️⚡️⚡️ ❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ ➡️Qabxiin Qormaata Seensaa MB Bultii Addaa Sad. 2ffaa Beekame ---------------- BBO- 28/12/2017 Barattootni bara barnootaa 2017 Qormaata Naannoo kutaa 8ffaa fudhachuun gar…
#Breaking #Update #Kutaa_6ffaa #BBO #Qormaata_Kutaa_6ffaa Breaking !!!!! Barattoota kutaa 6ffaa hundaaf #share taasisaa! Bu'aan qormaata kutaa 6ffaa naannoo Oromiyaa ifoomeera! Bara Barnoota 2017…
#BBO #Kutaa_6ffaa #Kutaa_8ffaa Kaalaandarii walii galaa bara barnootaa 2018 Biiroo Barnoota Oromiyaa https://t.me/Oromiastudents https://t.me/Oromiastudents Subscribe our YouTube 👇👇 Link here…
| Упоминания | — | — | — | — | #63из 140 |