Balaa baaburaatiin lubbuun namoota 14 darbeera. Balaa baabura guyyaa kaleessaa galgala sarara Dirre Dhawaa fi Dawwallee irratti muudateen namoonni 14 lubbuun darbuu ibsameera. Balaa kanaan namoonni…
✅ Chaanaalii Qoosaa Guyyaa Guutuu irraa argaattuu kana Join hin goone ta'an ammumma Join godhii addunyaan kun addunyaa buhartiititti ✅Odeeffannoo Dinqisisoo ✅ Qoosaa 👇👇👇👇
Ще немає відгуків
Будьте першим, хто поділиться враженнями про цей канал.
Iraaniifi Ameerikaan dhukaasa dhaabuuf waliigalan! Waliigalteen dhukaasa dhaabuu torbanoota lamaaf akka turuu fi Iraan Ulaa Hormuuz banuuf walii galuu ishee Pireezidantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp…
"Seera to’annoo sochii tiraafikaa magaalatti fakkaatu diriirsa jirra" Abbaan Taayitaa Bulchiinsa Tiraafikaa Finfinnee Abbaan Taayitaa Bulchiinsa Tiraafikaa Finfinnee sochiin tiraafikaa magaalatti…
Ittigaafatamaan Siyaasa Paartii Badhaadhinaa Godina Arsii Lixaa Obbo Muhammad Ushatoo boqotan!! Sirni awwalchaa isaani bakka itti aanaan PMNO fi keessummonni gurguddoon argamanitti raawwateera! Obbo…
Namtichi yakka daddabarsa namaan barbaadamaa ture #Shiree irratti to'atame Sadarkaa idila addunyaatti daddabarsa namootaa seeran alaan barbaadamaa kan ture namni Yitbaarak Daawwit(Kibroom) jedhamu g…
🌍 Oduu gaggabaaboo 🇮🇱🇮🇷 Pirezidaantiin Ameerikaa Doonald Tiraamp karaan Hoormuuz hanga wiixataatti yoo hin banamne “balaa guddaan Iraan irratti rooba” jechuun akeekkachiisaniiru. 🇮🇱🇱🇧 Humn…