#MoE Ministeerri Barnootaa bara barnootaa 2017 irraa eegalee dhaabbilee barnoota olaanoo hunda keessatti kalaandarii barnootaa walfakkaatu hojiirra oolchuu ni eegala. Haaluma Kanaan:- ➡️ Barattoon…
Barattoota Qabxii Olaanaa fidaniif beekkamtii fi badhaasni kennameef Bulchiinsi Magaalaa Dodolaa barattoota qormaata seensa Yuunivarsiitii Mana Barumsa Ifa Boruu Bultii Addaa Dodolaati akka biyyaatti…
Wala pang mga review
Maging una sa pagbabahagi ng iyong karanasan sa channel na ito.
#ExitExam Qormaanni ba’umsaa yoom kennama? Xalayaa Ministeerri Barnootaa dhaabbilee barnoota olaanoof Ebla 9/2016 barreesseen, Qormaanni ba’uumsaa waxabajjii 14 hanga 21/2016tti akka kennamu ibsamee…
Suuraa ፦Sagantaa kadhannaa kamisaa mana Amantaa Kaatolikii Itoophiyaatti gaggeeffamaa jiru. @tikvahethafaanoromoo
Suuraa ፦Sagantaa kadhannaa kamisaa mana Amantaa Ortodoksii Itoophiyaatti gaggeeffamaa jiru. #EOTC @tikvahethafaanoromoo
Aartistoota fi TikTokaroota yakka gowwoomsaa olaanaa maqaa dhaabbata “Fintech Investment” jedhamuun shakkaman irratti, yeroo qorannoo dabalataa guyyaa 8 hayyamameera. Namoonni kunneen har’a, Ebla 1,…
Israa’el haleellaa Libaanos irratti raawwattu yoo itti fufte, waliigaltee dhukaasa dhaabuu keessaa akka of baastu Iraan beeksifteetti. Haleellaa Israa’el Libaanos irratti raawwattuuf Iraan deebii war…
Iraaniifi Ameerikaan dhukaasa dhaabuuf waliigalan! Waliigalteen dhukaasa dhaabuu torbanoota lamaaf akka turuu fi Iraan Ulaa Hormuuz banuuf walii galuu ishee Pireezidantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp…