Channel kun odeeffannoo haaraa Arsenaal, oduu tapha, murtee taphattootaa, dhiheessaa miidhaa, fi yaada leenjistuu Mikel Arteta dhiyeessu. Oduuwwan halkanii-halkaanii fi saddarkaa adda addaa (Premier League, Champions League) irratti xiyyeffatee hojjeta. Video tapha guutuu fi bal'aa YouTube Oro Arsenal irraa argachuu ni dandeessu. Kan deeggarsa Arsenaal Itoophiyaa (Oromiyaa) fi biyyoota garaagaraa keessa jiraatan hunda qunnamu dha.
Odeeffannoo cimaa fi haaraa Arsenaal irratti kan dhiyeessu, deeggarsi guddaan qaba, garuu advertising biraas (free internet) xiqqoo ni jira.
Deeggarsa Arsenaal kan Afaan Oromoon dubbatan, Itoophiyaa (Oromiyaa) fi naannoo addunyaa irraa, umrii 18-35, kubbaa miillaa fi Arsenaal cimaa jaallatan.
news
daily news
✔️Chaanaaliiwwan Oro Arsenal kannen ta'an jara kanadha. Vidiyoowwanii fi Highlight taphoota. 👉🏼[Click Here]👈🏼 Baacoowwa waa'ee kubbaa miillaa. 👉🏼[Click Here]👈🏼
🚨Arsenaal guyyaa kudha tokko (11) keessatti dorgommii afuriin dirree alatti taphachuun seenaa keessatti gareewwan gurguddoo keessaa isa jalqabaa ta'a. January 11 -Poortsmaawuz (A) . January 14 - C…
Отзывов пока нет
Будьте первым, кто поделится мнением об этом канале.
positive
🚨 EXCLUSIVE: Arsanaal haala kamiinuu yoo ta'e taphattoota gonkuma gurgurtaaf hin dhiyaanne ifoomseera. 🔒 Deeklaan Raayis 🔒 Bukaayoo Saakaa 🔒 Viiktoor Gyookereesh 🔒 Maartiin Zubimeendii 🔒 Deevii…
🚨GUYYAA TAPHAA 🏆 Tapha Nuusa Xumuraa Waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa 🇵🇹 ISPOORTIING 🆚ARSENAAL 🏴 📝 | Qibxata [Har'a] ⏰ | Galgala 04:00 LT 🏟 | Dirree: Estádio José Alvala…
Free internet 🔥🔥 Guyyaa murasaaf adda cite kan ture free internet debiyee hojechuu jalqabeera Qarshii utuu hin basiin bakka Free internet jedhuu tuqun Egalchisaa 👇👇👇
🟢Yaa maatii jaallatamoo! Ganamaa kaastanii haga ammaa waan nu waliin turtaniif kabaja guddaa argadhaa! Bor injifannoof walitti deebina! Nagaan nuuf bulaa🙏 YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇 https://youtub…
Boss & Raya YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇 https://youtube.com/c/OroArsenal Share | @Oro_Arsenal | @Oro_Arsenal
FULL FOCUS ON THE NEXT 🔜TAPHA ITTI AANU 🏆Tapha Champions League Ruubii Xumuraa marsaa tokkooffaa 🇵🇹Sporting Lisbon 🆚 Arsenal 🏴 📝 | Kibxata ⏰ | Galgala 04:00 LT 🏟 | Dirree: Es…
🚨Taphoota Arsanaal itti aanan✅ FA cup Saawuzaampitan..................(A) -Ji'a 7ffaa guyyaa 26 -Sanbata xiqqaa sa'aa 4:00 UCL Ispoortiing Liisban............…
🚨GUYYAA TAPHAA ⚽️Tapha Xumuraa Waancaa Kaarabaa'oo Kaapii ⚽️ARSENAAL🆚MAAN SIITII⚽️ 📝 | Dilbata [Har'a] ⏰ | Galgala 1:30 LT 🏟 | Dirree: Weembeleey 📲👍Tamsaasa kallattiin Oro Arsenaal irratti�…
👍Kunoo bu’aa bahii hedduu booda channeel keessan Guddichi Oro Arsenaal hordoftoota Kuma 80 seeneerra. 🔴Channeel keessan hardhaa 8️⃣0️⃣🔤 Ammas ganaa nuuf hafa kun ka’umsa Oromiyaan Guddoodha ummata…
#OFFICIAL 🚨Taphni champions liigii Quarter Final Arsenal fi Sporting Lisbon gidduutti taasifamu Guyyaan fi sa’aatiin tapha marsaa lamaanii murtaa'eera: 📍Tapha marsaa jalqabaa: 🗓️ Kibxata, Bitoo…