Channel kun odeeffannoo haaraa Arsenaal, oduu tapha, murtee taphattootaa, dhiheessaa miidhaa, fi yaada leenjistuu Mikel Arteta dhiyeessu. Oduuwwan halkanii-halkaanii fi saddarkaa adda addaa (Premier League, Champions League) irratti xiyyeffatee hojjeta. Video tapha guutuu fi bal'aa YouTube Oro Arsenal irraa argachuu ni dandeessu. Kan deeggarsa Arsenaal Itoophiyaa (Oromiyaa) fi biyyoota garaagaraa keessa jiraatan hunda qunnamu dha.
Odeeffannoo cimaa fi haaraa Arsenaal irratti kan dhiyeessu, deeggarsi guddaan qaba, garuu advertising biraas (free internet) xiqqoo ni jira.
Deeggarsa Arsenaal kan Afaan Oromoon dubbatan, Itoophiyaa (Oromiyaa) fi naannoo addunyaa irraa, umrii 18-35, kubbaa miillaa fi Arsenaal cimaa jaallatan.
news
daily news
✔️Chaanaaliiwwan Oro Arsenal kannen ta'an jara kanadha. Vidiyoowwanii fi Highlight taphoota. 👉🏼[Click Here]👈🏼 Baacoowwa waa'ee kubbaa miillaa. 👉🏼[Click Here]👈🏼
🚨Arsenaal guyyaa kudha tokko (11) keessatti dorgommii afuriin dirree alatti taphachuun seenaa keessatti gareewwan gurguddoo keessaa isa jalqabaa ta'a. January 11 -Poortsmaawuz (A) . January 14 - C…
Nessuna recensione
Sii il primo a condividere la tua esperienza con questo canale.
positive
Kilabni keenya har'a injifachuu isaatiin bara itti aanuun Ingilaand kilaboota 5 kallattiin Chaampiyoons Liigii Awurooppaa irratti kan hirmaachistu ta'a! YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇 https://youtube.com/…
Amantus amanuu baattus yeroo kanatti kilabni kamuu nu waliin taphachuuf fedhii hin qabu!! Garee gooliin kadhannaan itti galu ta'ee jira! Gaardiyoolaan tapha Kaarabaa'oo booda akkana jedhee ture: "…
🚨🔥 Kai Havertz vs. Sporting: · 1 goal · 1 shot · 10 touches · 100% pass accuracy · 1 defensive contribution · 1 clearance Hub: daqiiqaa 70' tti jijjiiramee seene. YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇 https:…
Bara kana taphattoota jijjiirraa irraa ka'aa goolii lakkoofsisaniin kilabni keenya dorgomaa hin qabu! Gooliiwwan 24 fi Assist 14 taphattoota jijjiiramanii gara dirree seenan irraa argannee jirra!! Y…
Muunik injifachuun hundaaf hin hayyamamu!! YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇 https://youtube.com/c/OroArsenal Share | @Oro_Arsenal | @Oro_Arsenal
Dash Games: https://dashbetss.com?promo_code=DASHORO 🔥Tapha taphadhaa badhaasota Ajaa'iboo injifadhaa ! 🔥 (https://dashbetss.com/) Itoophiyaa keessatti Waltajjii Taphaa Sadarkaa 1ffaa DASHBETSS T…
FULL FOCUS ON THE NEXT 🔜TAPHA ITTI AANU 🏆Tapha Champions League Ruubii Xumuraa marsaa tokkooffaa 🇵🇹Sporting Lisbon 🆚 Arsenal 🏴 📝 | Kibxata ⏰ | Galgala 04:00 LT 🏟 | Dirree: Es…
🚨Taphoota Arsanaal itti aanan✅ FA cup Saawuzaampitan..................(A) -Ji'a 7ffaa guyyaa 26 -Sanbata xiqqaa sa'aa 4:00 UCL Ispoortiing Liisban............…
🚨GUYYAA TAPHAA ⚽️Tapha Xumuraa Waancaa Kaarabaa'oo Kaapii ⚽️ARSENAAL🆚MAAN SIITII⚽️ 📝 | Dilbata [Har'a] ⏰ | Galgala 1:30 LT 🏟 | Dirree: Weembeleey 📲👍Tamsaasa kallattiin Oro Arsenaal irratti�…
👍Kunoo bu’aa bahii hedduu booda channeel keessan Guddichi Oro Arsenaal hordoftoota Kuma 80 seeneerra. 🔴Channeel keessan hardhaa 8️⃣0️⃣🔤 Ammas ganaa nuuf hafa kun ka’umsa Oromiyaan Guddoodha ummata…