Galmeen itti fufeetuma jira Akkaadaamiin Taatummaa Abbaa Lataa Ogummaa Taatummaa saayinsii isaa eeggate Ogeessota Taatummaa irratti beekumsaa ga'aa qabaniin kennuuf galmeen marsaa lammaffaa akkuma it…
Akkaadaamii Taatummaa Abbaa Lataa Galma Kalaqaafi Dandeettii Chaanaala Teeleegiraamii keenya join gochuun nu hordofaa https://t.me/AbbaaLataaActing
Belum ada ulasan
Jadilah yang pertama berbagi pengalaman Anda dengan kanal ini.
Bubbee S1E4 Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/_r3xujyB4qI?si=fs7VR1HUGR0i2yxs
Tasa yoon si dhabu gaggaafadhee gaggaafachiisee Jiraachuu akkan qabu siin of irraanfachiisee Ofan amansiise! Deebi'ee akkan sin agarre murteessee Yaadannoo waliin qabnun balleesse Waan koo si walii…
(Sababaa fi Bu'aa) Ifti akka hin badne Ifaan akka hin dhaamne Wanti sababa ta'e ..........(dukkana) Gaariin akka mul'atu Gaariin akka beekamu Wanti sababa ta'es............(hammina) Yoosoo; Ifti a…
yaa fedhii foonii kee yaa fedhii foonii koo akka ilmaan leencaa naa ergi fooli kee siin erga foolii koo akka qunnif’ aancaa.... Kitaaba Edas Edanas keessaa Dr. Asafaa Tarrafaa
Bubbee S1E3 Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/VjjtwzGkZv8?si=4KVXpJnyfMLGpQkx
Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa Eessuman Ture jedhu kanatti dhiyaadhaa. https://youtu.be/HqulmEeswxw?si=REawP_NpawgtvsFx
Kurnan Torbee Jaalattoota Fiilmii akkasumas jaalattoota aartii maraaf bakka itti irraa beekumsa corattan kanatti goraa. Maatii ta’aa. https://youtu.be/IbPwCfNG-ko?si=WXfi4JLXbNNDokUA
Kabajamtoota Jaallattoo Aartii Maraaf! Yeroo hundumaa wantoota haaraa fi Aartii Oromoo guddisuu danda’an qabatee kan siniin ga’u Akkaadaamiin Taatummaa Abbaa Lataa ammas waan haaraa tokko siniif qaba…
USDT fi crypto kamiyyuu namoonni gurgurachuu barbaaddan @Walaloo_bot irratti nu qunnamuu dandeessu. Hub:- screenshot gootanii erguun amma fi ammaamiin akka gurgurattan ibsuun jalqabdu Usdt 1 qarshii…
🎬 Abbaa Malkaa 🎬 Fiilmii Leencoo Fiqiruu mata dureen isaa Abbaa Malkaa jedhu, kan Taatoowwan buleeyyii fi Barattoota akkaadaamii taatummaa Abbaa Lataan akkasumas ogeessota gurguddoo industirii Fiil…