New Post See it open 👀 follow tiktok account https://www.tiktok.com/@oromoo_inspire/photo/7621387815993019668?_r=1&u_code=e8j5667eg4ac0c&preview_pb=0&sharer_language=en&_d=elib482934g92j&share_ite…
Jechoota hayyoota √ "ol ka'iinsa kee kan murteessu dandeettii kee osoo hin taane ilaalcha keeti". Zig Ziglar √ "milkaa'inni kan dhumaa miti, kufaatiin kan nama ajjeesu miti, kan lakkaa'amu ammallee…
Aún no hay reseñas
Sé el primero en compartir tu experiencia con este canal.
Jireenya koo namni jiraate hin jiru, Imimmaan koo namni naaf boo’e hin jiru, Dhukkubbiin koo namatti dhagahamee hin beeku. Kanaaf, namni kamiyyuu Jireenya koo irratti murteessuuf mirga hin qabu. Yer…
https://vt.tiktok.com/ZSHBXL23d/ https://vt.tiktok.com/ZSHBXmufK/
Wantoonni nuti "nii ta'u" jennee sodaannu baayyeen utuu hin ta'in hafu. Nuti, garuu iccitii kana hubachuu dhiisuu keenyarraan kan ka'e dhiphachuu keenya akka ogummaatti lakkaa'achaa jiraanna! Dhiphi…
Wantoota Ati Jireenya Keessatti Gonkumaa Gochuu Hin Qabne 10n: 1. Icciitii fi dadhabina kee namoota hundumatti hin himiin. Eenyu akka icciitii fi dadhabina keetti fayyadamee si miidhuuf deemu hin bee…
New post Eid mubarak ❤️🔥 ✨🔥follow 👈 ✨🔥follow 👈 ✨🔥follow 👈 https://www.tiktok.com/@oromoo_inspire?_r=1&_t=ZS-…