لا توجد مراجعات بعد
كن أول من يشارك تجربته مع هذه القناة.
Account Tiktok Hordoftota 30k qabu namni gati maddalawan bitachu barbadaan kessaan naa dubbisaa 👇👇👇 @babi_citizens @babi_citizens
🔵Suuraawwan shaakala har'aa irraa argaman 📸 Lafa nagayaa nuuf bulaa maatiin citizens 💙💙 Share➠ @oromanchestercity Share➠ @oromanchestercity ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ…
✅ Crycfy fi Yacine amma taphaaf qophaa'aniiru🔥 App channel 👇👇 Network baayyee xiqqaa ta'e irratti hojjetaa.👇👇👇 https://t.me/+zWFqI1mV0lUxNDI0 https://t.me/+zWFqI1mV0lUxNDI0
Gadhiifamera Diraamaan hiree jaalalaa kutaa 58ffaan Channel kanarratti gadhiifameera Guutuusaa Ilaaluuf Ammuma bakka Ilaaluuf jedhu tuquun deemaa ilaalaa.
⭕Account Tiktok Hordoftota👇 Followers 12k Followers 43k Followers 48k Followers 30k qabu namni gati maddalawan bitachu barbadaan kessaan naa dubbisaa 👇👇👇 @babi_citizens @babi_citizens
🚨 Gabaasni dhiheenyaa akka beeksisutti, Maanchiister Siitiin Maatiyoos Nuunees fi Abduukoodiir Kusaanoov waliigaltee haaraa fi fooyya’aa dhiyeessuuf barbaadaa jira. Isaaniif ni mala ✅❤️ Isaaniif hin…
Tapha nuusa xummuraa geeba FA Kaapii. ⏱Xumurame Maan Siitii 4-0 Livarpuul Haland ⚽⚽⚽ Semenyo ⚽ Share➠ @oromaanchercity Share➠ @oromaanchercity
➡️ [ MATCH DAY ] 🏆 FA cup 🏴 🔵 Manchester city 🆚 Liverpool 📆 Guyyaa Taphaa➠ hardhaa ⏰ Yeroo Taphaa➠ guyya 8:45 🇪🇹 🏟 𝙴𝚝𝚒𝚑𝚊𝚍 𝚂𝚝𝚊𝚍𝚒𝚞𝚖 ...Good Luck for my team…
➡️ TAPHA ITTI AANU [ NEXT MATCH ] 🏆 Emirates FA Cup... Nuusa xumuraa 🔵 Manchester city 🆚 Liverpool 🔴 📆 Guyyaa Taphaa➠ Sambata xiqqaa ⏰ Yeroo Taphaa➠ Guyyaa 8:45 🇪🇹 🏟 Dirree Taphaa➠ ETI…
NEXT MATCH | TAPHNI ITTI AANU 🏆| Tapha FA CUP walakka Nuusa xumuraa Manchester City 🆚 Liverpool 📆-| Guyyaa Tapha :Sanbataa , Bitootessa 26 ⏰-| Yeroo Tapha : Day 8:45 🏟️-| Dirree : Etiha…
Tapha Piriimeer Liigii Inglaand torbee 27'ffaa ⏰️ Xumurame Maan Siitii 2-1 Niiwkaastil #Oreyli 14' #Hool #Oreyli 27' 🏟 Etihaad